#Federeeshinichi ammas Garee Jimmaa irratti Dhiibbaa geessisaa jira.
#Gareen keenya guyyaa Wiixataa biyya morookoo irraa dhufee gaafa Roobii tapha piriimeerliigii itoophiyaa torbee 12ffaan akka taphatu nutti murteessan, guyyaa tokkollee nuu dabalaa jennaan Kamisa akka taphannu ta'e.
#Tapha piriimeerliigii 13ffaan ammoo kunoo Kamisa taphannee Sanbata Guddaa ammoo gara fi finfinnee deemuun garee Buna itoophiyaa wajjin akka taphannu nutti murteessani, Lakki hin dandeenyu guyyaa tokko nuu dabalaa jennee iyyannus Iyyannoo garee Jimmaa Abbaajifaar kuffisuu kan bare federeeshinichi iyyata keenya kuffisuun sanbata guddaa akka taphannu nutti murteessanii jiru.
#Waan nama dhibu gareen Dicha Kamisa nu waliin taphate iyyata galfateen fudhatama argatee guyyaa tokko isaanii dabalamee Wiixata Garee Bahirdar waliin taphatu.
#Yeroo hundaa iyyata galfannee kan nu jalaa kuffisamu maaliifi ?
Haalli adeemsa hojichaa maali ?
#Kaaniif_fudhatamee_ keenya_ kan kuffisan_nuyi_osoo_hin_taane balleessaan_isaanuma.
#Taphattoonni keenyas akkuma isaanii nama dadhabbiin jira guyyaa tokko gudduutti akkamitti Jimmaa dhufee Finfinneetti taphachuun akka danda'amu tilmaamuun hin ulfaatu. Kan keenya garuu akkuma baratame kuffisuu qofa ta'ee jira.
#Hojii federeeshinii kanaa hundi keenya #share gochuun haa morminu, qaama olaana #Komishii_Ispoortii_itoophiyaatti haa iyyannu.

Shaggar deemnee qabxii 3 fudhanneerra. Baga Gammanne.
❤❤❤❤❤❤❤⚽⚽⚽⚽❤❤❤❤❤
Sababa rakkoo internet dhaan kallattiin isinii dabarsuu dhabuu keenyaaf dhiifama.
#Walitti aansuun gara injifannootti deebi'aa jirra.
#Ijoolleen mootii moo'uu malee moo'amuu hin beekani.
#Buna_itoophiyaa 0:1 #Jimmaa_Abbaajifaar
#Goolii Aschalew Girma daqiiqaa 63ffaatti galcheen Jimmaa Abbaajifaar dirree isaan ala moo'achuun sadarkaa isaa fooyyessuu akkasumas walitti aanuun gara injifannootti dhufee jira.
#Taphattoonni keenya dadhabbii fi dirreen ala osoo hin jedhiin dandeetti isaan agarsiisaniin boonnee jirra.
#tapha kanarratti maqaa deeggartoota Jimmaa Abbaajifaariin deeggartoota gare buna itoophiyaaf amala ispoortii fi yeroo adda addaa garee keenya waan barbaachisu hundaan nu duukaa dhaabbachaa waan turanii fi kaaniifis fakkeenya akka ta'aniif wanta Jimmaan ittiin beekamu keessaa Kennaan muraasni kennameeraaf. Isaaniinis galatoomaa deeggartota keenyas galatoomaa jenneerra.
Galatoomaa, horaa bulaa.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

Daqiiqaa 30'
🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪
#Tapha Sirreeffamaa Piriimeeeliigii itoophiyaa torbee 15ffaa isa dhumaa walakkaa bara kanaa/Marsaa 1ffaa Garee Maqalee 70 Enderta fi garee keenya Jimmaa Abbaajifaar Kamisa istaadiyoomii Maqaleetti taphachaa jiru.
⚽⚽⚽⚽⚽⚽⚽⚽⚽⚽⚽⚽⚽⚽⚽
#Maqalee_70_Enderta 1:0 #Jimmaa_Abbaajifaar
⛳Istaadiyoomii Maqalee
#Taphattoonni keenya tapha haalaan baay'ee bareedaa taphachaa jiru. Baay'ee namatti tola.
#Carraa gaarii garee keenya #Jimmaa_Abbaajifaariif.

Daqiiqaa 47'
Taphni boqonnaa boodaa eegalee jira.

#Maqalee_70_Enderta 1:1 #Jimmaa_Abbaajifaar
⛳Istaadiyoomii Maqalee
#Taphattoonni keenya tapha haalaan baay'ee bareedaa taphachuun boqonnaan duraa xumurame. Baay'ee namatti tola. Boqonnaa booda goolii dabaluun galchanii olaantummaa fudhatu jennee abdanna.

Jimmaa Abbaa Jifaar/ጅማ አባጅፋር እ/ኳ ክለብ
Photo
#Duula_Qulqullinaa_fi_Tola_Olltummaa_Jimmaatti.
#Yeroo Ammaa kana Addunyaa weeraree kan jiru dhukkubni #Vaayirasii_Coronaa_COVID-19 fi biyya keenya rakkoo/dhiphina guddaa keessa kan galchee jiru kana ofirraa ittisuuf Duula Qulqullinaa fi tola ooltummaa akka taasisnuuf hojiiiwwaan/Sagantaa musaasa baasuun magaala Jimma keessatti hojjetaa jirra. Kunis kan akka #Qulqullinaa, @Harka_Dhiqachiisuu, #Hubannoo dhukkuba kanaa uummataaf ibsuu, fi #kanneen dandeettii hin qabne/qaamaan dadhabaa taániif gargaarsa meeshaalee qulqullinaa tola olltummaan kan raabsinuuf taá.
#Sagantaa kana irratti #Deeggartoonni #Jimmaa_Abbaajifaar fi #taphattoonni akkasumas jimmaa keessa kan jiraattan hundi, #Jimmaa_Abbaa_Bunaa, #Qiddus_Goorgis, #Buna_Itoophiyaa fi
deeggartooonni garee biroo illee Waamicha keenya kana dhageessanii nu waliin Sangaltaa Duula Qulqullinaa fi Tola ooltummaa kana waliin harka wal qabannee akka hojjennu waamicha keenya isinii dhiyeessina.
#Sagantaa kana irratti hirmaachuu kan barbaaddan maatiwwan keenya saamunaa 1 bitachuu hin dandeenye akka gargaarruuf waan dandeettii keessanii qabattanii akka argamtan waamicha keenya kabajaa isinii dhiyeessina.
#Guyyaan Sagantaan kun gaggeeffamu yeroodhaaf #Kamisa, #Jimaata fi #Qidaamee hundi keessan akka hirmaattan waamamtanii jirtu.
#Sagantaa kana irratti hirmaachuu kan barbaaddan Hubannoo wal jijjiiruu fi marii wal mariiáchuudhaaf #Roobii Saáatii 7 Irratti Hoteela Aramayek itti wal haa agarru.
#Ergaan kun nama hundaa waliin akka gahuuf @share waliif godhaa.
Galatoomaaa.

#Taphattoonni keenya magaala bishooftuutti shaakala isaanii jabeessuun kan itti fufan yoo ta'u, shaakala dirree dabalataan shaakala saayinsaawaanis cimsanii itti qophaahaa jiru.
Odeeffannoo dabalataa waa'ee garee keenyaaf karuma hundaan nu hordofaa.
#በቢሾፍቱ የሚገኙት የክለባችን ተጫዋቾች ልምምዳቸውን አጠናክረው የቀጠሉ ሲሆን ከሜዳ ላይ በተጨማሪ የቲዮሪ ስልጠናዎችንም አጠናክረው በመዘጋጀት ላይ ይገኛሉ
የክለባችንን እና የተለያዩ መረጃዎችን ለማግኘት ተጨማሪ አማራጮቻችንን ይጠቀሙ
ሊንኩን ተጭነው የቴሌግራም ቻናላችንን ይቀላቀሉ 👇👇
Telegram
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
ሼር https://t.iss.one/jimmaAbajiifar
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
ሊንኩን ተጭነው Facebook ገፃችንን ይቀላቀሉ 👇👇
Facebook
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
ሼር👉 Https://www.facebook.com/jimaAbaajifar
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
ሊንኩን ተጭነው የYouTube📺 ቻናላችንን Subscribe ያድርጉ
YouTube
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
https://www.youtube.com/channel/UCB58dPhqxt3WjI_GULNsmxA
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
👉 ሼር በማድረግ ለሌሎች ያጋሩ ።

#ትኩረት ለክለባችን ዛሬም እንጠይቃለን #የተጫዋቾች ጥያቄ ባለ መመለሱ ምክንያት ልምምድ ያቆሙት ተጫዋቾቻችን ነገ የሚደረገውን የመጨረሻ ጫወታ ላለመጫወት ወስነዋል። #የተጫዋቾችን ጥያቄ ለመመለስ ወደ ውድድር ቦታ ያመራው ኮሚቴ የተጫዋቾችን ደሞዝ እና ጥያቄ ባለ መመለሱ እነሆ ነገ የሚደረገውን ወሳኝ ጫወታ እንደ ማይጫወቱ ተጫዋቾች አስረግጠው ተናግረዋል በመሆኑም ክለባችን ከውድድሩ ሊወርድ እና ሊሰናበት…
#Xiyyeeffannoo kilabii keenyaaf
#Taphattoonni keenya gaaffii isaaniif deebii kennuu dhabuu irraa kan ka'e shaakala dhaaban tapha xumuraa boruu irratti akka hin taphannee murteessan.
#Koreen gaafii taphattootaa deebisuuf gara iddoo dorgommii deeme mindaa fi gaafii taphattootaa deebii hin kennine, akkasumas taphattoonni tapha barbaachisaa boruu akka hin taphannee mirkaneessanii jiru, kanaaf kilabni keenya dorgommii keessaa bahee ari'amuuf qarqara irra jira.
#Hoggantoonni boordii kilabichaa kana hubatanii furmaata quubsaa akka nuuf kennan gaafanna.
#Ergaa kana #Share godhaa akka nama hunda bira ga'uuf.

👍8❤1