💪💪💪💪Boom Boom Boom🇦🇹🇦🇹🇦🇹🇦🇹🇦🇹🇦🇹🇦🇹#Baga _Gammaddan_Baga_Gammadne🇦🇹🇦🇹🇦🇹🇦🇹🇦🇹🇦🇹🇦🇹💪💪💪💪💪
#Taphni torbee 27ffaa injifanmoon xumuramee jira.
#Ijoolleen_mootii_shanan_gibee_Garee_Jimmaa_Abaajifaar_ammallee_moo'cha_gonfatanii_nu_boonsan.
#Jimmaa_Abbaajifaar 2:0 #Waldiyaa
#Goolii daqiiqaa 37' Okiki fi daqiiqaa 76' Aron Amiha gakchaniin taphichi xumuramuu danda'eera.
#Haaluma kanaan gareen keenya garee qabxii 48 qabaachuun sadarkaa 1ffaa ittuma fufeera.
#Okiki_Afolabi garee Jimmaarraa sadarkaa goolii galchuu 17 qabachuun sadarkaa 1ffaan dursaa jira.
#Carraa_Gaarii_Jimmaa_Abbaajifaariif.
#Jimmaan_Keenya.
️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤

Injifannoo haaraa galmeessaa jirra.
⚽🇦🇹⚽🇦🇹⚽🇦🇹⚽🇦🇹⚽🇦🇹⚽🇦🇹⚽🇦🇹⚽🇦🇹⚽🇦🇹 Tapha chaampiyoonsiliigii afrikaa CAF Total calallii isa jalqabaa injifannoon Xumurree jirra.
#Ijoolleen mootii Mootii Shanan gibee sanyii Abbaajifaar kunoo akkasiin injifannoo haaraa nu dhamdhamachiisuudhaan biyya keenyallee boonsaa jiru.
#Jimmaa_Abbaajifaar 2 : 2 #Jibuutii_telekom
👌waliigala ida'amaan #Jimmaa_Abbaajifaar 5:3 #Jibuutii_telekom
#Tapha kanaan gareen keenya Jimmaa Abbaajifaar biyya keenya bakka bu'uun kan dorgomaa jiru yoo ta'u, garee biyya jibuutii, jibuutii telekom waliin calallii duraan kan taphatan yoo ta'u, dirree keenyaaan alatti 3:1 moo'achuun fi dirree keenya irratti ammoo 2:2 wal qixa bahuun, waliigala ida'amaan 5 fi 3 moo'achuun gara sadarkaa itti aanuutti darbuu keenya mirkaneeffannee jirra.
#Deeggartoonni keenya dirree alattis dirree keenyattis deeggara keessan adda hin citneen nu duukaa turtan bu'aa firii keessaniin baga gammaddan isiniin jenna,akkasumas deeggartoonni Jimmaa Abbaajifaar magaala finfinnee qophii isin taasistanii garee biyya jibuutii dhufe irraatti agarsiistan baay'ee itti boonnee jirra galatoomaa isiniin jenna.
#Wal_qabannee_waan_dadhabnu_hin_jiru.
#Jimmaan_keenya.
#Carraa_Gaarii !!
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

Shaggar deemnee qabxii 3 fudhanneerra. Baga Gammanne.
❤❤❤❤❤❤❤⚽⚽⚽⚽❤❤❤❤❤
Sababa rakkoo internet dhaan kallattiin isinii dabarsuu dhabuu keenyaaf dhiifama.
#Walitti aansuun gara injifannootti deebi'aa jirra.
#Ijoolleen mootii moo'uu malee moo'amuu hin beekani.
#Buna_itoophiyaa 0:1 #Jimmaa_Abbaajifaar
#Goolii Aschalew Girma daqiiqaa 63ffaatti galcheen Jimmaa Abbaajifaar dirree isaan ala moo'achuun sadarkaa isaa fooyyessuu akkasumas walitti aanuun gara injifannootti dhufee jira.
#Taphattoonni keenya dadhabbii fi dirreen ala osoo hin jedhiin dandeetti isaan agarsiisaniin boonnee jirra.
#tapha kanarratti maqaa deeggartoota Jimmaa Abbaajifaariin deeggartoota gare buna itoophiyaaf amala ispoortii fi yeroo adda addaa garee keenya waan barbaachisu hundaan nu duukaa dhaabbachaa waan turanii fi kaaniifis fakkeenya akka ta'aniif wanta Jimmaan ittiin beekamu keessaa Kennaan muraasni kennameeraaf. Isaaniinis galatoomaa deeggartota keenyas galatoomaa jenneerra.
Galatoomaa, horaa bulaa.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤