Jimmaa Abbaa Jifaar/ጅማ አባጅፋር እ/ኳ ክለብ
3.77K subscribers
4.52K photos
179 videos
30 files
326 links
🔱 ይህ የጅፋራውያኑ ገፅ ነው 🔱

ቻናላችን ጅማ አባጅፋር ቢሆንም የሁሉንም ክለቦች ስፖርታዊ ወሬዎች ያለ አድሎ በተቻለን አቅም ለማቅረብ እንሞክራለን
ትክክለኛው የክለባችን ቻናል ይህ ነው

https://t.iss.one/joinchat/AAAAAERrKdmIIzfTOBhpnA

Admin @jiffarBot

https://www.facebook.com/jimaAbaajifar/
Download Telegram
Shaggar deemnee qabxii 3 fudhanneerra. Baga Gammanne.

Sababa rakkoo internet dhaan kallattiin isinii dabarsuu dhabuu keenyaaf dhiifama.

#Walitti aansuun gara injifannootti deebi'aa jirra.

#Ijoolleen mootii moo'uu malee moo'amuu hin beekani.

#Buna_itoophiyaa 0:1 #Jimmaa_Abbaajifaar

#Goolii Aschalew Girma daqiiqaa 63ffaatti galcheen Jimmaa Abbaajifaar dirree isaan ala moo'achuun sadarkaa isaa fooyyessuu akkasumas walitti aanuun gara injifannootti dhufee jira.

#Taphattoonni keenya dadhabbii fi dirreen ala osoo hin jedhiin dandeetti isaan agarsiisaniin boonnee jirra.

#tapha kanarratti maqaa deeggartoota Jimmaa Abbaajifaariin deeggartoota gare buna itoophiyaaf amala ispoortii fi yeroo adda addaa garee keenya waan barbaachisu hundaan nu duukaa dhaabbachaa waan turanii fi kaaniifis fakkeenya akka ta'aniif wanta Jimmaan ittiin beekamu keessaa Kennaan muraasni kennameeraaf. Isaaniinis galatoomaa deeggartota keenyas galatoomaa jenneerra.

Galatoomaa, horaa bulaa.