Jimmaa Abbaa Jifaar/ጅማ አባጅፋር እ/ኳ ክለብ
3.77K subscribers
4.52K photos
179 videos
30 files
326 links
🔱 ይህ የጅፋራውያኑ ገፅ ነው 🔱

ቻናላችን ጅማ አባጅፋር ቢሆንም የሁሉንም ክለቦች ስፖርታዊ ወሬዎች ያለ አድሎ በተቻለን አቅም ለማቅረብ እንሞክራለን
ትክክለኛው የክለባችን ቻናል ይህ ነው

https://t.iss.one/joinchat/AAAAAERrKdmIIzfTOBhpnA

Admin @jiffarBot

https://www.facebook.com/jimaAbaajifar/
Download Telegram
Daqiiqaa   1'

#Hawaasaa   0:0  #Jimmaa

#Tapha_piriimeerliigii_Itoophiyaa_2012

#Tapha_Torbee_13ffaa_piriimeerliigii_itoophiyaa_2012_#gareen_keenya_Jimmaa_Abbaajifaar_fi_Magaalla_Hawassa_Istaadiyoomii_Hawaasaatti
🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🏆🏆🏆🇮??🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩

⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰
   
#Live_From_Hawassa_Stadium

#Magaala_Hawaasaa 0:0  #Jimmaa_Abbaajifaar

Istaadiyoomii Hawaasaa

👉Kana Cuqaasuun Tamsaasa kallattii barreefamaan Karaa telegram fi facebook keenyaa nu hordofaa.
@jimmaAbajiifar t.iss.one/jimmaAbajiifar

#ergaa kanas #Share gochuun waliif dabarsaa.

Carraa Gaarii Garee keenya #Jimmaa_Abbaajifaariif.

         ⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰   
Daqiiqaa    65'

#Hawaasaa  0:0  #Jimmaa

#Tapha_piriimeerliigii_Itoophiyaa_2012

#Taphni_Torbee_13ffaa_piriimeerliigii_itoophiyaa_2012_#garee_Magaalla_Hawassa_fi_gareen keenya_Jimmaa_Abbaajifaar_Istaadiyoomii_Hawaasaatti_taphatamaa_jira.
🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🏆🏆🏆🇮??🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩

⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰
   
#Live_From_Hawassa_Stadium

#Magaala_Hawaasaa 0:0  #Jimmaa_Abbaajifaar

Istaadiyoomii Hawaasaa

👉Kana Cuqaasuun Tamsaasa kallattii barreefamaan Karaa telegram fi facebook keenyaa nu hordofaa.
@jimmaAbajiifar t.iss.one/jimmaAbajiifar

#ergaa kanas #Share gochuun waliif dabarsaa.

Carraa Gaarii Garee keenya #Jimmaa_Abbaajifaariif.

         ⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰   
Daqiiqaa   30'

#Jimmaa 2-1 Diredawaa

#Tapha_piriimeerliigii_Itoophiyaa_2012

#Tapha_Torbee_14ffaa_piriimeerliigii_itoophiyaa_2012_#gareen_keenya_Jimmaa_Abbaajifaar_fi_Magaalla_Diredawaa_Istaadiyoomii_Yuniiversiitii_Jimmati
🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🏆🏆🏆🇮??🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩

⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰
   
#Live_From_Jimma_UN_Stadium
#Jimmaa_Abbaajifaar 0-0 #Magaala_ diredawaa
Istaadiyoomii Yuniiversiitii Jimma

👉Kana Cuqaasuun Tamsaasa kallattii barreefamaan Karaa telegram fi facebook keenyaa nu hordofaa.
@jimmaAbajiifar t.iss.one/jimmaAbajiifar

#ergaa kanas #Share gochuun waliif dabarsaa.

Carraa Gaarii Garee keenya #Jimmaa_Abbaajifaariif.

         ⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰   
#Tapha_piriimeerliigii_Itoophiyaa_2012

#Tapha_Torbee_15ffaa_piriimeerliigii_itoophiyaa_2012_#gareen_Hadiya_Hossana_fi_garee_keenya_Jimmaa_Abbaajifaar_istaadiyoomii_Hawasaati_wal_morkatu.
🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🏆🏆🏆🇮??🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩

⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰
   
#Hadiya_Hossana  fi  #Jimmaa_Abbaajifaar

📆Jimaata, Guraandhala,13, 2012

Sa'aatii  9:00

Istaadiyoomii Hawaasaa

👉Kana Cuqaasuun Tamsaasa kallattii barreefamaan Karaa telegram fi facebook keenyaa nu hordofaa.
@jimmaAbajiifar t.iss.one/jimmaAbajiifar

#ergaa kanas #Share gochuun waliif dabarsaa.

Carraa Gaarii Garee keenya #Jimmaa_Abbaajifaariif.

         ⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰   
Daqiiqaa      32'

#Hadiya  0:0  #Jimmaa

#Tapha_piriimeerliigii_Itoophiyaa_2012

#Tapha_Torbee_15ffaa_piriimeerliigii_itoophiyaa_2012_#gareen_Hadiya_Hossana_fi_garee_keenya_Jimmaa_Abbaajifaar_istaadiyoomii_Hawasaati_wal_morkatu.
🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🏆🏆🏆🇮??🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩

⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰
   
#Hadiya_Hossana  0:0  #Jimmaa_Abbaajifaar

Istaadiyoomii Hawaasaa

👉Kana Cuqaasuun Tamsaasa kallattii barreefamaan Karaa telegram fi facebook keenyaa nu hordofaa.
@jimmaAbajiifar t.iss.one/jimmaAbajiifar

#ergaa kanas #Share gochuun waliif dabarsaa.

Carraa Gaarii Garee keenya #Jimmaa_Abbaajifaariif.

         ⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰   
Daqiiqaa   72'

#Hadiya  1:0  #Jimmaa

#Tapha_piriimeerliigii_Itoophiyaa_2012

#Tapha_Torbee_15ffaa_piriimeerliigii_itoophiyaa_2012_#gareen_Hadiya_Hossana_fi_garee_keenya_Jimmaa_Abbaajifaar_istaadiyoomii_Hawasaati_wal_morkatu.
🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🏆🏆🏆🇮??🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩

⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰

#Live_from_Hawassa_Stadium
   
#Hadiya_Hossana  1:0  #Jimmaa_Abbaajifaar

Istaadiyoomii Hawaasaa

#Gareen Hadiya_Hossana #Ayub_Beketa goolii Daqiiqaa 42ffaatti galcheen dursaa jiru.

👉Kana Cuqaasuun Tamsaasa kallattii barreefamaan Karaa telegram fi facebook keenyaa nu hordofaa.
@jimmaAbajiifar t.iss.one/jimmaAbajiifar

#ergaa kanas #Share gochuun waliif dabarsaa.

Carraa Gaarii Garee keenya #Jimmaa_Abbaajifaariif.

         ⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰   
XUMURAME.

#Tapha_piriimeerliigii_Itoophiyaa_2012

#Tapha_Torbee_15ffaa_piriimeerliigii_itoophiyaa_2012_#gareen_Hadiya_Hossana_fi_garee_keenya_Jimmaa_Abbaajifaar_istaadiyoomii_Hawasaati_olaantummaa_garee_Hadya_Hossanatiin_xumuramee_jira.
🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🏆🏆🏆🇮??🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩

⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰
   
#Hadiya_Hossana  1:0  #Jimmaa_Abbaajifaar

Istaadiyoomii Hawaasaa

#Gareen Hadiya_Hossana #Ayub_Beketa goolii Daqiiqaa 42ffaatti galcheen taphichi olaantummaa garee Hadya Hossanatiin xumuramee jira.

👉Kana Cuqaasuun Tamsaasa kallattii barreefamaan Karaa telegram fi facebook keenyaa nu hordofaa.
@jimmaAbajiifar t.iss.one/jimmaAbajiifar

#ergaa kanas #Share gochuun waliif dabarsaa.

Carraa Gaarii Garee keenya #Jimmaa_Abbaajifaariif.

         ⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰   

👉Tamsaasa kallattiibarreeffamaan isin waliin kana ture ani @ShallamaTN

Galatoomaa.
#Tapha_piriimeerliigii_Itoophiyaa_2012

#Taphni_Torbee_16ffaa_piriimeerliigii_itoophiyaa_2012_#garee_Magaala_Bahirdar_fi_gareen_keenya_Jimmaa_Abbaajifaar_istaadiyoomii_Bahirdaritti_wal_morkatu.
🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🏆🏆🏆🇮??🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩

⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰
   
#Magaala_Bahirdar  fi  #Jimmaa_Abbaajifaar

📆Dilbata, Guraandhala,29, 2012

Sa'aatii  9:00

Istaadiyoomii Bahirdar

👉Kana Cuqaasuun Tamsaasa kallattii barreefamaan Karaa telegram fi facebook keenyaa nu hordofaa.
@jimmaAbajiifar t.iss.one/jimmaAbajiifar

#ergaa kanas #Share gochuun waliif dabarsaa.

Carraa Gaarii Garee keenya #Jimmaa_Abbaajifaariif.

         ⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰   
Daqiiqaa      5'

#Bahirdar   0:0   #Jimmaa

#Tapha_piriimeerliigii_Itoophiyaa_2012

#Taphni_Torbee_16ffaa_piriimeerliigii_itoophiyaa_2012_#garee_Magaala_Bahirdar_fi_gareen_keenya_Jimmaa_Abbaajifaar_istaadiyoomii_Bahirdaritti_taphatamaa_jira.
🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🏆🏆🏆🇮??🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩

#Live_from_Bahirdar_Stadium

⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰
   
#Magaala_Bahirdar  0:0   #Jimmaa_Abbaajifaar

Istaadiyoomii Bahirdar

👉Kana Cuqaasuun Tamsaasa kallattii barreefamaan Karaa telegram fi facebook keenyaa nu hordofaa.
@jimmaAbajiifar t.iss.one/jimmaAbajiifar

#ergaa kanas #Share gochuun waliif dabarsaa.

Carraa Gaarii Garee keenya #Jimmaa_Abbaajifaariif.

         ⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰   
XUMURAME

#Tapha_piriimeerliigii_Itoophiyaa_2012

#Taphni_Torbee_16ffaa_piriimeerliigii_itoophiyaa_2012_#garee_Magaala_Bahirdar_fi_gareen_keenya_Jimmaa_Abbaajifaar_istaadiyoomii_Bahirdaritti_Olaantummaa_garee_Magaala_Bahirdariin_Xumuramee_Jira.
🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🏆🏆🏆🇮??🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩

⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰
   
#Magaala_Bahirdar  1:0   #Jimmaa_Abbaajifaar

Istaadiyoomii Bahirdar

#Gareen Magaala  Bahirdar goolii #Fitsum_Alemu daqiiqaa 40ffaatti galcheen taphicha olaantummaan xumuruuu danda'anii jiru.

👉Kana Cuqaasuun Tamsaasa kallattii barreefamaan Karaa telegram fi facebook keenyaa nu hordofaa.
@jimmaAbajiifar t.iss.one/jimmaAbajiifar

#ergaa kanas #Share gochuun waliif dabarsaa.

Carraa Gaarii Garee keenya #Jimmaa_Abbaajifaariif.

         ⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰   

👉Tamsaasa kallattii barreeffamaan isin biraan geessisaa kanan ture ani @ShallamaTN

Galatoomaa.
Daqiiqaa    38'

#Jimmaa    0:0      #Buna_Itoophiyaa

#Tapha_piriimeerliigii Itoophiyaa

#Taphni_Torbee_17ffaa_piriimeerliigii_itoophiyaa_2012_#garee_keenya_Jimmaa_Abbaajifaar_fi_garee_Buna_Itoophiyaa_Waliin_istaadiyoomii_Jimmaatti_taphachaa_jiru.
🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🏆🏆🏆🇮??🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩

⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰
   
#Jimmaa_Abbaajifaar    0:0      #Buna_Itoophiyaa

Istaadiyoomii Jimmaa

👉Kana Cuqaasuun Tamsaasa kallattii barreefamaan Karaa telegram fi facebook keenyaa nu hordofaa.
@jimmaAbajiifar t.iss.one/jimmaAbajiifar

#ergaa kanas #Share gochuun waliif dabarsaa.

Carraa Gaarii Garee keenya #Jimmaa_Abbaajifaariif.

         ⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰   
Daqiiqaa    61

#Taphni_Torbee_17ffaa_piriimeerliigii_itoophiyaa_2012_#garee_keenya_Jimmaa_Abbaajifaar_fi_garee_Buna_Itoophiyaa_Waliin_istaadiyoomii_Jimmaatti_qabxii_wal_qixaan_xumuramee_jira.
🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🏆🏆🏆🇮??🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩

⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰
   
#Jimmaa_Abbaajifaar    1:1     #Buna_Itoophiyaa

Istaadiyoomii Jimmaa

#Gareen keenya goolii #Ermias_Hailu daqiiqaa 90ffaa fi gareen Buna Itoophiyaa goolii #Abubeker_Nasir daqiiqaa 89ffaatti galchaniin taphichi qabxii walqixaan xumuramee jira.

👉Kana Cuqaasuun Tamsaasa kallattii barreefamaan Karaa telegram fi facebook keenyaa nu hordofaa.
@jimmaAbajiifar t.iss.one/jimmaAbajiifar

#ergaa kanas #Share gochuun waliif dabarsaa.

Carraa Gaarii Garee keenya #Jimmaa_Abbaajifaariif.

         ⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰   

👉Tamsaasa kallattii barreeffamaan isin waliin kana ture ani @ShallamaTN

Galatoomaa.
#Gareen keenya Piriimeerliigii bara 2014 jalqabuuf guyyaa boruu jalqabee taphattoota magaala bishooftuutti qophii jalqabsiisa.

#Tapha piriimeerliigii itoophiyaa 2014 irratti kan hirmaatu, gareen keenya akka haaraatti qophiiii isaa jalqabuun dargaggoota humna haaraa fi dandeettii guddaa qaban gara garee keenyaatti fiduudhaan sochii kan jalqabe yoo ta'u, guyyaa boruu magaala bishooftuutti qorannoo yaalaa taasisuuf qophii jalqabuutti jira.
#Tapha siitii kaappii(Addis Ababa City Cup) kilabiin keenya Jimmaa Abbaa Jifaar kilabii Bjna Itoophiyaa faana tapha gaggeessaa jiruun galchii 2-0 dhaan dursaa jira.
#Tapha_Magala_Finfinne_2014

#Tapha_3ffaa_Magala_Finfinne_2014_#gareen_keenya_Jimmaa_Abbaajifaar_fi_Mekelakeya_Istaadiyoomii_Ababa_Biqilatii
🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🏆🏆🏆🇮??🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩

⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰

#Mekelakeya Fi   #Jimmaa_Abbaajifaar
📆 sanbataa fuulbanaa 22/2014
🕓 saa'tii 8:00 tii

Istaadiyoomii Ababa Biqila

👉Kana Cuqaasuun Tamsaasa kallattii barreefamaan Karaa telegram fi facebook keenyaa nu hordofaa.
@jimmaAbajiifar t.iss.one/jimmaAbajiifar

#ergaa kanas #Share gochuun waliif dabarsaa.

Carraa Gaarii Garee keenya #Jimmaa_Abbaajifaariif.

         ⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰   

👇▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
ሼር @jimmaAbajiifar @jimmaAbajiifar
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
👇▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
ሼር @jimmaAbajiifar @jimmaAbajiifar
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
#daqiqa 35
#Tapha_Magala_Finfinne_2014

#Tapha_3ffaa_Magala_Finfinne_2014_#gareen_keenya_Jimmaa_Abbaajifaar_fi_Mekelakeya_Istaadiyoomii_Ababa_Biqilatii
🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🏆🏆🏆🇮??🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩

⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰

#Mekelakeya 0-1 #Jimmaa_Abbaajifaar
📆 sanbataa fuulbanaa 22/2014
🕓 saa'tii 8:00 tii

Istaadiyoomii Ababa Biqila

👉Kana Cuqaasuun Tamsaasa kallattii barreefamaan Karaa telegram fi facebook keenyaa nu hordofaa.
@jimmaAbajiifar t.iss.one/jimmaAbajiifar

#ergaa kanas #Share gochuun waliif dabarsaa.

Carraa Gaarii Garee keenya #Jimmaa_Abbaajifaariif.

         ⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰   

👇▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
ሼር @jimmaAbajiifar @jimmaAbajiifar
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
👇▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
ሼር @jimmaAbajiifar @jimmaAbajiifar
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
Jimmaa Abbaa Jifaar/ጅማ አባጅፋር እ/ኳ ክለብ
#Addis_Ababa_City_Cup ========================= #የአዲስ አበባ ከተማ ውድድር የግማሽ ፍፃሜ ጫወታ #ባህርዳር ከተማ ከ ከ ጅማ አባጅፋር 📆 እሮብ መስከረም 26/2014 ዓ/ም 07:ዐዐ ሰዓት ⛳️ አበበ ቢቂላ ስታዲየም ጫወታውን ቀጥታ ከስቴድየም በፎቶ, በቪድዮ, በፁፍና, በድምፅ…
#Tapha_Magala_Finfinne_2014

#Tapha_Magala_Finfinne_2014_#gareen_keenya_Jimmaa_Abbaajifaar_fi_Magala_Bahirdar_Istaadiyoomii_Ababa_Biqilatii
🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🏆🏆🏆🇮??🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩

⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰

#Bahiradar fi #Jimmaa_Abbaajifaar
📆 irobbi fuulbanaa 26/2014
🕓 saa'tii 7:00 tii

Istaadiyoomii Ababa Biqila

👉Kana Cuqaasuun Tamsaasa kallattii barreefamaan Karaa telegram fi facebook keenyaa nu hordofaa.
@jimmaAbajiifar t.iss.one/jimmaAbajiifar

#ergaa kanas #Share gochuun waliif dabarsaa.

Carraa Gaarii Garee keenya #Jimmaa_Abbaajifaariif.

⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰

👇▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
ሼር @jimmaAbajiifar @jimmaAbajiifar
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
👇▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
ሼር @jimmaAbajiifar @jimmaAbajiifar
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
#Tapha_Betking_piriimeerliigii_Itoophiyaa_2014

#Tapha_Torbee_12ffaa_piriimeerliigii_itoophiyaa_2014_#gareen_keenya_Jimmaa_Abbaajifaar_fi_Bunna_Sidamaa_Istaadiyoomii_Dirredaawati_Thapatu
🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🏆🏆🏆🇮??🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩🇮🇩

⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰
   
#Gurrandhaala 5
#Jimmaa_Abbaajifaar Fi #Bunna Sidaama
sa'aatii 12:ዐዐ

Istaadiyoomii Diredawa

👉Kana Cuqaasuun Tamsaasa kallattii barreefamaan Karaa telegram fi facebook keenyaa nu hordofaa.
@jimmaAbajiifar t.iss.one/jimmaAbajiifar

#ergaa kanas #Share gochuun waliif dabarsaa.

Carraa Gaarii Garee keenya #Jimmaa_Abbaajifaariif.

         ⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰━━━━⊱✿⊰   
🥰1
#Haqa kilabii keenyaaf

#Tapha Ligi Olana Itiyopiyaaa 16ffaa har'aa Istaadiyeemii Hawaasaatti gaggeeffameen kilabni keenya ummata duratti miidhaan irra gaheera.Tapha kana irratti leenjisaa dabalatee taphattoonni afur kaardii diimaan kaardii diimaan ari'aman.Akkasumas shirri xaxamee abbaan murtii kaardii keelloo 7 fi diimaa 5 kenneera kaardii.

#Kanaan kilabni keenya 2-1n mo'amee dirree gadhiisee ba'e

#Abbootiin murtii fi komishinaroonni tapha har'aa irratti murteessan hundi gaaffii akka gaafatan gaafanna.

#Komishinaroonni tapha kana ilaaluu fi to'achuuf ramadaman hojii isaanii dhiisanii taphattoota keenya fi hoggantoota garee keenyaa arrabsaa fi qoosaa turan.