Jimmaa Abbaa Jifaar/ጅማ አባጅፋር እ/ኳ ክለብ
3.77K subscribers
4.52K photos
179 videos
30 files
326 links
🔱 ይህ የጅፋራውያኑ ገፅ ነው 🔱

ቻናላችን ጅማ አባጅፋር ቢሆንም የሁሉንም ክለቦች ስፖርታዊ ወሬዎች ያለ አድሎ በተቻለን አቅም ለማቅረብ እንሞክራለን
ትክክለኛው የክለባችን ቻናል ይህ ነው

https://t.iss.one/joinchat/AAAAAERrKdmIIzfTOBhpnA

Admin @jiffarBot

https://www.facebook.com/jimaAbaajifar/
Download Telegram
🇪🇹🇵🇪🇵🇪 Kamisa Sa'aatii 11፡00 Beellama Hafuu hin qabne 🇵🇪🇵🇪🇵🇪

#Tapha priimeerliigii itoophiyaa torbee 10ffaa istaasiyoomii Finfinnee 🏁🇦🇹⚽️🇪🇹

#Jimmaa_Abbaajifaar fi #Qiddus_Goorgis

#Finfinnee fi Naannawaa finfinneetti kan argamtan deeggartoonni keenya garee Jimmaa Abbaajifaar Stadiyoomii finfinnee bakka karaa #Mirgaa_Kemaan_anishee walgeenyee Garee kubbaa miilaa keenyaa akka deeggarruuf Maqaa Gumii Geeggrtoota Garee Jimmaa Abbaajifaar haaraa Finfinneetti dhaabuuf jechaa jirruun waamicha keenya isinii dhiyeessina.

#Karaa_Mirgaa_Kemaan_anisheetti kamisa sa'aa 10:00tti wal agarra.

#Deeggaruuf akka nuu mijatutti hanga uffata Garee keenyaa maxxansiifnutti, uffata Garee keenya waliin wal fakkaatu halluu #Diimaa haa fayyadamnu.

#Deeggartoonni Jimmaa irraa dhuftan yoo jiraattan karaa keessaa nu quunnamaa.

#Namoonni Staadiyoomii dhufuu dandeessan yaada keessan #Comment, kan dhufuu hin dandeenye immoo #Ergaa kana Share gochuudhaan taphicha tilmaamuun badhaafamaa.

#Qiddus_Goorgisii fi #Jimmaa_Abbaajifaar
#Istaadiyoomii_Finfinneetti
#Kamisa Sa'aatii 11:00

#Carraa Gaarii Jimmaa Abbaajifaariif !!
#Gumii_Deeggartoota_Garee_Jimmaa_Abbaajifaar_Magaala _Finfinnee !!!

#Ergaa kana #Share gochuun dabarsaa.
#Taphichas tilmaamuun badhaafamaa.
🇪🇹🇪🇹🇵🇪🇵🇪🇵🇪 #Tapha_Torbee_12ffaa 🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇪🇹🇪🇹

#Gareen_Jimmaa_Abbaajifaar tapha Priimeerliigii itoophiyaa torbee 12ffaan #Istaadiyoomii Jimmaatti #Garee_Waldiyaa waliin taphatu.

#Gareen_Abbaa_Jifaar qabxii 15 fi goolii qulqulluu 3’n sadarkaa 6ffaa irratti yoo argamu; #Gareen_Waldiyaan qabxii 11 fi goolii 5 kan irra jiru sadarkaa 13ffaa irratti argama.

#Deeggartoonni_Garee_Jimmaa_Abbaajifaar hunduu istaadiyoomiitti argamtanii dandeettii/fooyya'iinsa taphattoonni keenya argiisiisaa jiran bira dhaabannee jajjabeessaa carraa gaarii Garee keenyaaf hawwina!!!

#Jimmaa_Abbaajifaar fi #Waldiyaa
#Sanbata_Guddaa_Amajjii 13 A.L.H
#Istaadiyoomii_Jimmaatti
#Sa’aatii 9:00

#Taphichas_tilmaamuun_badhaafamaa.

#Ergaa kana #Share gochuun waliif dabarsaa.

#Koottaa_Warra_Jimmaa_Abbaajifaar.
🇪🇹🇦🇹 Roobii_Amajjii_23_Sa'aatii_11፡00 irratti 🇵🇪🇵🇪🇵🇪

#Tapha Priimeerliigii itoophiyaa torbee 13ffaa istaadiyoomii Finfinneetti Gareen #Jimmaa_Abbaajifaar garee dursaa jiru #Daddabit waliin taphatu🏁🇦🇹⚽️🇪🇹

#Gareen Daddabit tapha torbee 11ffaan istaadiyoomii Finfineetti Garee Walwalo 4 fi 1'n yeroo moo'atu, #Gareen_Jimmaa_Abbaajifaar tapha wal fakkaatuun Garee Waldiyaa 1 fi 0'n moo'achuun ni yaadatama.

#Gareen_Jimmaa_AbbaaJifaar tapha 12 taphachuun qabxii 18'n sadarkaa 3ffaa irratti yoo argamu; #Gareen_Daddabit tapha 11 taphachuun qabxii 25 walitti qabuun sadarkaa 1ffaa irratti argama.

#Jimmaa_Abbaajifaar fi #Daddabit
#Roobii_Amajjii 23 A.L.H
#Istaadiyoomii_Finfinneetti
#Sa’aatii 11:00

#Taphichas_tilmaamuun_badhaafamaa.

#Ergaa kana #Share gochuun waliif dabarsaa.

#Jimmaa_Abbaajifaar_Keenya.