Jimmaa Abbaa Jifaar/ጅማ አባጅፋር እ/ኳ ክለብ
3.77K subscribers
4.52K photos
179 videos
30 files
326 links
🔱 ይህ የጅፋራውያኑ ገፅ ነው 🔱

ቻናላችን ጅማ አባጅፋር ቢሆንም የሁሉንም ክለቦች ስፖርታዊ ወሬዎች ያለ አድሎ በተቻለን አቅም ለማቅረብ እንሞክራለን
ትክክለኛው የክለባችን ቻናል ይህ ነው

https://t.iss.one/joinchat/AAAAAERrKdmIIzfTOBhpnA

Admin @jiffarBot

https://www.facebook.com/jimaAbaajifar/
Download Telegram
🇪🇹🇦🇹🏁Sanbata Xiqqaa Sadaasa 30 Sa'aatii 11:30 irratti beellama hafuu hin qabne.

#Taphni Priimeerliigii Itoophiyaa torbee 6ffaa Staadiyeemii Finfinneetti ijoollee Jimmaatiin miidhaga🏁🇦🇹⚽️🇪🇹

#Tapha Priimeerliigii Itoophiyaa torbee 6ffaa Gareen kibbaa Millaa #Jimmaa_Abbaajifaar #Humna_Ibsaa waliin wal morkii taasisu.

#Finfinnee fi Naannawaa finfinneetti kan argamtan deeggartoonni keenya garee Jimmaa Abbaajifaar Stadiyoomii finfinnee bakka karaa #Mirgaa_Kemaan_anishee walgeenyee Garee kubbaa miilaa keenyaa akka deeggarruuf Maqaa Gumii Geeggrtoota Garee Jimmaa Abbaajifaar haaraa Finfinneetti dhaabuuf jechaa jirruun waamicha keenya isinii dhiyeessina.

#Karaa_Mirgaa_Kemaan_anisheetti sanbata xiqqaa sa'aa 11:30tti wal agarra, ergaa kana #share gochuudhaan warra hin dhageenyeef nuu badarsaa.

#Deeggaruuf akka nuu mijatutti hanga uffata Garee keenyaa maxxansiifnutti, uffata Garee keenya waliin wal fakkaatu halluu #Diimaa haa fayyadamnu.

#Deeggartoonni magaala Jimmaa irraa dhuftan yoo jiraattan karaa keessaa nu quunnamaa.

#Namoonni Staadiyoomii dhufuu dandeessan yaada keessan #Comment, kan dhufuu hin dandeenye immoo #Ergaa kana Share gochuudhaan taphicha tilmaamuun badhaafamaa.

#Humna_Ibsaa Vs #Jimmaa_Abbaajifaar
#Staadiyoomii_Finfinnee
#Sa'aatii 11:30 A.L.E

#Carraa Gaarii Jimmaa Abbaajifaariif !!
#Gumii_Deeggartoota_Garee_Jimmaa_Abbaajifaar_Magaala_Finfinee !!!

#Koottaa Galmaahaa Miseensa ta'aa.
#Ergaa kana #Share gochuun dabarsaa.
🇪🇹🇵🇪🇵🇪 Kamisa Sa'aatii 11፡00 Beellama Hafuu hin qabne 🇵🇪🇵🇪🇵🇪

#Tapha priimeerliigii itoophiyaa torbee 10ffaa istaasiyoomii Finfinnee 🏁🇦🇹⚽️🇪🇹

#Jimmaa_Abbaajifaar fi #Qiddus_Goorgis

#Finfinnee fi Naannawaa finfinneetti kan argamtan deeggartoonni keenya garee Jimmaa Abbaajifaar Stadiyoomii finfinnee bakka karaa #Mirgaa_Kemaan_anishee walgeenyee Garee kubbaa miilaa keenyaa akka deeggarruuf Maqaa Gumii Geeggrtoota Garee Jimmaa Abbaajifaar haaraa Finfinneetti dhaabuuf jechaa jirruun waamicha keenya isinii dhiyeessina.

#Karaa_Mirgaa_Kemaan_anisheetti kamisa sa'aa 10:00tti wal agarra.

#Deeggaruuf akka nuu mijatutti hanga uffata Garee keenyaa maxxansiifnutti, uffata Garee keenya waliin wal fakkaatu halluu #Diimaa haa fayyadamnu.

#Deeggartoonni Jimmaa irraa dhuftan yoo jiraattan karaa keessaa nu quunnamaa.

#Namoonni Staadiyoomii dhufuu dandeessan yaada keessan #Comment, kan dhufuu hin dandeenye immoo #Ergaa kana Share gochuudhaan taphicha tilmaamuun badhaafamaa.

#Qiddus_Goorgisii fi #Jimmaa_Abbaajifaar
#Istaadiyoomii_Finfinneetti
#Kamisa Sa'aatii 11:00

#Carraa Gaarii Jimmaa Abbaajifaariif !!
#Gumii_Deeggartoota_Garee_Jimmaa_Abbaajifaar_Magaala _Finfinnee !!!

#Ergaa kana #Share gochuun dabarsaa.
#Taphichas tilmaamuun badhaafamaa.