#Odeeffannoo muraasa waa'ee garee morkataa keenya Chaampiyoonsiliigii.
👉Maqaa Guutuu Association Sportive d'Ali Sabieh ykn ASAS Djibuty Telecom jedhamuun waamama.
👉Jibuutii bakka Sabeh jedhamutti argama.
👉maqaan istaadiyoomichaa Stade Du Vulle
👉istaadiyoomichi hanga nama 10,000 qabachuu danda'a.
#Gareen kun yeroo ammaa kana waldorgommii 3 iraatti kan hirmaataa jiru yoo ta'u, 2 piriimeerliigii jibuutii fi Chaampiyoonsiliigii biyya Arabaa ti 3ffaan garee keenya waliin kan tapahatan tapha chaampiyoonsiliigii Afrikaa ti. Piriimeerliigii jibuutii garee 10 wal dorgomaa jiran kanaan shaampiyoonaa bara darbee kan ture gareen kun yeroo ammaa tapha 2 taphateen lamaanuu 1 walqixa bahuun qabxii 2 sadarkaa 3ffaa irratti argama.
#Gareen kun waggaa 6 walitti aansuun piriimeerliigii jibuutii kan moo'e, waliigala piriimeerliigii jibuutii yeroo 7 fudhachuun, 3 ammoo tapha kuffisanii darbuun kan mo'ate garee cimaa biyya sanaa yoo ta'u garee keenya Jimmaattis ni ulfaata jedhamee tilmaamama. Haa ta'u malee bara 2018/19 qabxii chaampiyoosiliigii Arabaatiin galmeessaa jiru garee kun dadhabina cimaa akka qabus agarsiisa.
#Haaluma kanaan tapha chaampiyoonsiliigii Arabaa 5 darban keessaa 1 mo'atee, 1 qixa bahee, 3 moo'amee gooliin 21 itti galuun, isaan garuu goolii 4 qofaa galchaniiru. Kunis garee kun dadgabina hangam akka qabu hubachuun danda'ama. Tapha 5 taphate kanneen keessaallee tapha tokkoo dirree isaa irratti kan 7:0 moo'ame illee ni jira.
#Yeroo itti aanutti odeeffannoo waa'ee taphattootaa fi ogummaa teeknikaa leenjisaa isaanii qabadheen dhiyaadha.
#Galatoomaa.
😎Shallamaa
#Kabajaa fi Carraa gaarii Jimmaaf.
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏

#Ergaan keenya haa gahu federeeshinii kubbaa miilaa itoophiyaaf.
#Gareen keena #Jimmaa_Abbaajifaar federeeshinii kubbaa miilaa itoophiyaatiin hoogganamee biyya keenya bakka bu'ee kan dorgomaa jiru gargaarsa homaa argachaa hin jiru federeeshinicha irraa.
#dorgommii darbe garee biyya jibuutii waliin istaadiyoomiin shaakalaaf nuu eeyyamame daqiiqaa 60 qofa, kana jechuun dirree keenyarratti taphanna jechuun isa kamiifiree?
#Kan darbe darbeera Jimmata dhufu tapha cimaa garee Alhali waliin istaadiyoomii finfinneetti qabnuuf taphattoonni keenya shaakala gahaa akka taasisaniif qaama dhimmi ilaalu waliin waliin ta'uun sa'aatii gahaan akka nuuf eeyyamamu gaafanna. Kana ta'uu baannaan garuu sa'aatii 1 qofa kan nuu eeyyamamu yoo ta'e garee keenya hammam akka guddisaa jirtan wal hubanna jechuu dha.
#Ergaan kun qaama ilaallatu hundaaf akka gahu jecha #share gochuun waliif dabarsaa.
#Gareen keenya gareen #Jimmaa_Abbaajifaar garee Abbaa buddeenaa miti, gareewwan kaan waliin ija wal qixaan ilaalamuu qaba.
#shareeee

Taphni darbii/garee obbolaa lamaanii oromiyaa piriimeerliigii itoophiyaa qabxii walqixaan xumuramee jira.
#Tokko_Taanee_Gareewwan_Kubbaa_Miilaa_Keenya_Haa_Jajjabeessinu.
️🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪
#Tapha piriimeerliigii itoophiyaa_Marsaa_2ffaa_torbee_16ffaa
⚽#Jimmaa_Abbaajifaar 0:0 ⚽#Magaala_Adaamaa
#Tapha kanaan gareen lamaanuu goolii malee xumuramee jira.
#Haaluma kanaan gareen keenya Jimmaa Abbaajifaar tapha 16 taphachuun qabxii 22 qabatee jira.
#Deeggartoonni keenya Jimmaa Abbaajifaar dibaabeedhaan miidhagdanii istaadiyoomii Jimmaa miidhagsuun mallattoo deeggarsa adda ta'een garee keenya duukaa daqiiqaa 90 turtan galatoomaa, gara fuulduraas akkaataa kanaan itti fufaa jenna.
#Akkasumas #Obbo_Tewodros_Dabalaa kennaa addaa Maashina sadarkaa isaa eeggate yeroo taphattoonni jijjiiraman kan agarsiisu garee keenya Jimmaa Abbaajifaariif kennaniin baay'ee gammadnee jirra Galatoomi umrii nuuf dheeradhu #Obbo #Tewodros jenna maqaa Deeggartoota garee Jimmaa Abbaajifaariin.
#Galatoomaa.
🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪🇵🇪

#Galatoomaa🙏🙏🙏
#Carraa gaarii garee keenya #Jimmaa_Abbaajifaariif
#Thank You 60,000+Likes on Facebook
#እናመሰግናለን ገና እንበዛለን ሼር በማድረግ ለወዳጅ ዘመዶ ያጋሩት
ሊንኩን ተጭነው የቴሌግራም ቻናላችንን ይቀላቀሉ 👇👇
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
facebook.com/jimaAbaajifar/
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
ሼር @jimmaAbajiifar @jimmaAbajiifar▯
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
👉 ሼር በማድረግ ለሌሎች ያጋሩ ።

#Galatoomaa
#እናመሰግናለን
#Thank You!
Rakkoolee adda addaa kilabii keenya marsanii jiran ilaalchisee barruulee adda addaa barreessaa turuun keenya ni beekama, garuu rakkoolee kunneen hundi hooggantoota olaanoo kilabii keenyaatiin kan hiikaman yoo ta'u, kilabni keenya mindaa taphattootaa kaffaluu fi kaffaltii liqaa kaffaluun haala gaarii irra jiraa, Kantiibaa magaalaa Jimmaa fi hoggantoota tokko tokko hojii hojjetaniif galateeffanna
#እናመሰግናለን
#በክለባችን ዙርያ በነበሩት የተለያዩ ችግሮች ዙርያ የተለያዩ ፅሁፎችን ስንፅፍ መቆየታችን ይታወቃል ሆኖም ይህ ሁሉ ችግር በክለባችን የበላይ አመራሮች ተፈቶ ክለባችን የተጫዋቾችን ደሞዝ በመክፈል እዳዎችን በመክፈል በመልካም ሁኔታ ላይ ይገኛል ይህንን ያደረጋቹ የጅማ የጅማ ከተማ ከንቲባ እና አንዳንድ አመራሮች ለወሰዳቹት አፋጣኝ መልስና ለተገኙት ውጤቶች እናመሰግናለን።
#forward በማድረግ ፕሮግራሙን ለሁሉም ያሳወቁ
👇▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
ሼር @jimmaAbajiifar @jimmaAbajiifar▯
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
👇▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭
ሼር @jimmaAbajiifar @jimmaAbajiifar▯
▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭▭